Skip to main content
LawHelpMN.org
 
 
 
  Larger Text
 
HANQISA QARAXA MINNESOTA KAN BARNOOTAA FII HANQISA GALII QARAXAMUU
by: Legal Aid Society of Minneapolis

HANQISA QARAXA MINNESOTA KAN BARNOOTAA FII HANQISA GALII QARAXAMUU

(Minnesota Education Credit and Subtraction)

Hanqisa qaraxaa (credit) Mootummaa yookiin hanqisa galii qaraxamuu (subtraction) baasii barnootaa fii yookiin dhimma barnootaa ilaalchisee ijoollee keetiifi baye deebistee argachuu nidandeessa. Kun ijoollee oolmaa daa'immanii jirtuu fii mana barumsaa jirtu hunda ilaalchiseetu. Hanqisni qaraxaa kana ilaalchisee ta'u mata mataa ijoolleetti hanga $1000 ti. Baasiin kun kan akka quwannaa, kitaaba barnootaa fii meeshaalee adda addaa, horii geejibaafi baye, barnoota muuziqaa, sagantaa yeroo mana barnootaa boodaa fii daawwannaa barnootaa yeroo bonaa ta'an ilaala. Baasii meeshaa barnoota komputeraa (hardware and software) irratti baye hanga $200 ti hayyamama. Quwannaa mana barumsaa dhuunfaatti ta'eefi baasiin baye akka hanqisa galiitti (subtraction) ilaalama. Hanqisa qaraxaa kana argachuufi, unkaa M-1ED guuti. Hanqisa galii irraa ta'utti fayyadamuudhaafi waraqaa herregaa dugda unkaa M-1 irra jiru hojjedhu.

 
  Search
   Tips for Using the Search on LawHelpMN.org

  What is LiveHelp?
Find Legal Help On Low Income Tax Credits
Related Resources
Renter's Refund This link opens a PDF file in a new window.  If you do not have an accessible Acrobat Reader, a link is provided at the bottom of this page.
By: Legal Aid Society of Minneapolis   HTML
Minnesota Department of Revenue website (Separate Website)
By: Minnesota Department of Revenue
Tax Refunds for People with Low Incomes This link opens a PDF file in a new window.  If you do not have an accessible Acrobat Reader, a link is provided at the bottom of this page.
By: Legal Aid Society of Minneapolis   HTML
more...
Last Reviewed On: 01/23/06
 
 
Powered by ProBono.Net
            Click for LiveHelp            2008 Webby Awards Nominee

LawHelpMN.org is a project of:

Minnesota Legal Services Coalition     Minnesota State Bar Association     Legal Assistance to the Disadvantaged Committee     Legal Services Corporation